Qorannoon daddabarsa maallaqaa seeraan alaa fi shoroorkeessumma maallaqaan deeggarame irratti xiyyeefate baname

Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)- Qorannoo lammaffaan daddabarsa maallaqaa seeraan alaa fi shoroorkeessummaa maallaqaan deeggarame akkasumas yakkoota faayinaasii fi diinagdeerratti xiyyaffatee ifatti banameera.

Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Muufirihaat Kaamiil qophicha ifaatti banuun, Ityoophiyaan yeroo ammaa kana sirna faayinaansii idil addunyaatti galuuf qophiirra yeroo jirtuutti shooraa Baankiin Addunyaa taasiseef galateeffataniiru.

Daayreektarri Baankii Addunyaa garee Afrikaa Osmaan Diiyoo,Ityoophiyaan yakkaa maallaqaa sirnaan dandamachuuf kan dandeessiisu sirna cimaa diriirsuun waamicha dhiyaateef dhaabbinni isaanii akka deeggaru ragaan ministeericharra arganne ni muul’dhisa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

Comments (0)
Add Comment