Qorannoon beellama yeroo Ajajoota Waraanaa Olaanoo 4 adda cite

Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Biiroon Qorannoo Yakkaa Komishinii Poolisii Federaalaa heera mootummaa cabsuu, milishaa leenjisuu fi milishaa qindeessuu ABUTn dirqisiifamne itti galle jechuun dhaddacha duraan ture irratti ibsan qorannoon beellama yeroo Ajajoota Waraanaa Olaanoo 4 adda citeeraa.
Beellamni yeroo ajajoota waraanaa adda haa citu malee, shakkamtoota bilisaa akka hin jedhamne poolisiin federaalaa beeksiseera.
Qorannoon beellama yeroo Ajajoota Waraanaa Olaanoo adda cite;
1.Meejar Jenaraal Mahaammad Iishaa Zaynuu Tiku’ii
2.Birgaader Jenaraal Mulugeetaa Barhee Yilmaa
3.Koloneel Gabra Igzi’abheer Garba Mikaa’eel
4.Koloneel Gabra Waa’idii Hayluu Mashashaa fa’i.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment