Qorannoo marii daangaa Ityoophiyaa-Sudaan irratti xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffame

Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Qoranoon marii dhimma daangaa Ityoophiyaa-Sudaan irratti xiyyeeffate Amajjii 19-21, 2013 Finfinneetti gaggeeffameera.
Olaantummaan qorannichaa baroota hedduuf gaggeeffamaa kan ture waltajjii waloo daangaa Ityoophiyaa-Sudaan dhimma deebisanii daangessuu turerratti haalota furuun danda’amurratti marii’atameera.
Qoranicharratti daangaa ilaalchisuun ogeessootni seeraa idil addunyaa hundeeffamaanii fi miseensoonni garee ogeessotaa qorannoo fi qo’annoo biyyaalessaa hirmaataniiru.
Marii guyya 3 gaggeeffamerratti dhimma daangaa deebisanii dangessuurratti mariin oogummaa gaggeeffameera.
Dabalataan, dhimmoota hariiroo biyyoota lameenii baroota dheeraaf ture cimsuu danda’amurrattis mariin taasifameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment