Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 16 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise

infinnee, Waxabajjii 2, 2012(FBC)- Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 16 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise.

Sa’aa 24 darbe keessatti qorannaan samuudaa 285 gaggeeffamuun, namoota 16 irratti vaayrasichi argamuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksiseera.

Naannoo Oromiyaa keessatti namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman 141 qaqqabaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment