Qoramaanni kuutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa Waxabajjii 26 eegala-BBO

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)-Qormaatni Kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa Waxabajjii 26, 2015 irraa eegale kan kennamu ta’uu Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeksise.

Biirichatti akka beeksisetti qormaanni kutaa 8ffaa akka naannootti kennamu Waxabajjii 26 eegala.

Haaluma kanaan manneen barnootaa, barsiisonnii fi maatiin barattootaa deeggarsi barattootaaf taasisan cimee akka itti fufu gaafateera.

Barattoonni bara qormaata fudhatanis qophii barbaachisaa akka taasisan dhaamuu ragaan Biiroon Barnootaa Oromiyaa dhaameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment