Qonnaan bultootaa fi Intarpiraayizoota gara Invastimantiitti ce’aniif leenjiin kennamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 21, 2014 (FBC) – Qonnaan bultootaa fi Intarpiraayizoota gara Invastimantiitti ce’aniif magaalaa Adaamaatti ni kennamaa jiraachuu ibsameera.

Leenjii kun Walta’iinsa Kilaastara Magaalaa, Biiroo Investimantiifi Indaastirii Oromiyaa, Baankii Siinqeetiin kennamaa jiraachuu himameera.

Haala dhiyeessi liqii waliin walqabatee Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa haaldureewwan liqaan ittiin kennamuufi ulaagaalee guutamuu qaban ilaalchisuun namoota kanneeniif leenjii kennaa jira.

Leenjii kanarratti itti aanaa Preezidaanti Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii dabalatee aanga’oonni olaanoon naannichaa argamuu OBN gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment