Qonnaan bultoonni Naannoo Tigraay Tiraaktaroota 20 deegrsa argachufi

 

Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC)- Dhabbanni gargaarsa Ameerikaa(USID) Maart waliin ta’uun qonnaan bultoota Naannoo Tigraayiif deegarsa Tiraaktaroota 20 taasisuuf akka ta’e beeksise.

Qaama fuurmaata rakko naannichatti muuddateef akka ta’e kan ibsan dhabbata Maartiitti ogeessa olaanaa damee fooyyessa jireenya Obbo Razan Gabru, tokkon tokkoon Tiraaktaroota birri miiliyona 1 fi kuma dhibba lama yoo ta’u walii gala birrii miiliyona 30’n bitaman.

Aanaalee naannichaa lafa tiraaktaraaf miijatu 6 keessatti kan raabsamu fi Tiraaktara tokkof opreetaroota 3 qacaruun baasi isaani hunda akka danda’uufi qonnaan bultoota kuma 14 fi 800 ol fayyadamoo taasisa.

Kamisa itti aanu irraa kaase aanaaleef kan raabsamu fi ummannis qabeenya isaaf egguumsa akka taasisu Obbo Razan Gabru waamicha dhiyeessu isaani ejansiin sab-qunamtii Naannichaa gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa

argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment