Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)- Qondaaltoonni Olaanoo Mootummaa Ministira Muummee Ittaanaa Tamasgeen Xurunaan durfamu Indaastirii Oomishaa Awutomootiivii Bishooftuu daawwataniiru.
Daawwannicharratti Obbo Tamasgeen Xurunaa Dabalatee, Ministira Indaastirii Malaakuu Allibal, Ministiraa Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simee, Hoji Raawwachiisaa Olaanaa Itiyoo Injiinariingi Ambaasaddar Suleemaan Daddafoo fi qondaaltonni biroon argamaniiru.
Dabalataa waltajjiin marii adeemsa Indaastirii Itiyoo Injiinariigi kan gaggeeffamu ta’uun ibsameera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.