Qo’annoowwan nageenya saayibariif waliigalteen mallatteeffame

Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Qo’annoowwan nageenya saayibarii Ityoophiyaa eegan gaggeessuuf Bulchiinsi Nageenyaa Odeeffannoo fi yuunivarsitoonni Ityoophiyaa 8 waliigaltee mallateessaniiru.

Waliigaltechis nageenya saayibarii egeree biyyatti eegsisuu fi dhaloota damechaarratti horachuuf carraa kan uumuudha jedhameera.

Waliigalteen kun dhimma biyyaarratti rakkoolee nageenya saayibarii mudatan waloon furuuf kan tumsu ta’uun ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment