Qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma

Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Qabxiin Qormaataa Biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan bara 2015 boru akka ifoomu Ministeerri Barnootaa beeksise.

Ministeerri Barnootaa, barattoonni odeeffannoo sirrii ministeerichaarraa akka hordofan hubachiiseera.

Haaluma kanaan ministeerichi boru Fulbaana 28, 2016 sa’aatii 6:00 irratti ibsa kan kennuu ta’uu beeksiseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment