Qabsoon kun qabsoo ummata gurraachaa hundaati – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Qabsoon gaggeeffamaa jiru qabsoo ummata gurraachaa hundaa ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.

Qabsoo ummanni gurraachi seenaa, aadaa, eenyummaa fi kabaja akka hin qabaanne ta’e jedhamee hamilee cabsuuf gaggeeffamaa jiru ta’uu himaniiru.

Ityoophiyaa jilbiiffachiisuun ummata gurraacha qaanessuun Shira waanjoo kolonii haaraati jedhan.

Ityoophiyaa jilbiiffachiisuun ummanni gurraachi fakkeenya bilisummaa fi moo’achuu akka dhaban taasiisuuf duula baname ta’uu hubachiisaniiru.

Kabaja ummataa gurraachaaf, Afuura Paan Afrikaan, Ummanni gurraachaa hundi Ityoophiyaa waliin tokkummaan akka dhaabbatan waamicha dhiyeessaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment