Qaamoolee yakka Biyya diiguu fi ganuun shakkaman irratti ajajni mana murtii ba’e

Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC) – Yakka biyya ganuun kan barbaadaman garee ABUT irratti ajajni Mana Murtii Fedeeraalaa irraa ba’uu Komishiniin Poolisii Fedeeraalaa beeksise.
Juntaa biyya ganuun shakkaman kanneen Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa mirga himatamu dhabuu isaanii irraa kaasee dabalatee namoota garee kana waliin hariiroo biyya ganuu qaban jedhamani shakkaman irratti ajajni mana murtii Ba’eera.
Gareen gochaa badii birmadummaa biyyaa balaarra buusuu fi heera mootummaa humnaan diiguuf yaalaan jechuun shakkaman kunneen to’annoo seeraa jala akka ooluun ajajni mana murtii itti ba’uu isaa Komishiniin Poolisii federaalaa beeksiseera.
Shakkamtoonni kunneenis:-
1. Dooktar Debratsihoon Gebramikaa’eel
2. Obbo Geetaachaw Raddaa
3. Aaddee Fatilawarq Gebra’igzii’aabheer
4. Obbo Asmallash Waldasillaasee
5. Dooktar Abrahaam Takastee
6. Aadde Keeriyaa Ibraahiim
7. Obbo Radaay Alafoom
8. Obbo Amaanu’eel Asaffaa
9. Dooktar Atinikuut Mazgabuu
10. Obbo Kiroos Hagos
11. Aadde Yaalem Tsaggaa
12. Aadde Sablee Kaahisaay
13. Obbo Geetaachaw Asaffaa
14. Obbo Daani’eel Asaffaa
15. Obbo Isaayyaas Taaddasaa
16. Dooktar Akliiluu Haylamikaa’eel
17.Obbo Alam Gebrawaahid
18. Obbo Taklaay Gebramadin
19. Dooktar Iyyaasuu Barihee
20. Dooktar Radaay Barihee
21. Dooktar Kidaanamaariyaam Barihee
22. Obbo Naggaa Asaffaa
23. Shiishaay Marasaa
24. Dookatar Gebrahiyiwaat Gebra’igzii’aabheer
25. Obbo Atsibhaa Aragaawii
26. Dooktar Injiinara Salamoon Kidaanee
27. Obbo Hadduush Zanabaa
28. Obbo Barihee Gebra’iyasuus
29. Obbo Yitibaarak Amhaa
30. Dooktar Gebramasqal Kaahisaay
31. Dooktar Fisahaa H/Tsihoon
32. Risqa Alamaayyaw
33. Dooktar Addis Alem Beellamaa
34. Aadde Zanabach Fisahaa
35. Aadde Fireewayinii Gebra’igzii’aabheer
36. Obbo Siyyuum Masfin
37. Obbo Abbay Tsahayyee
38. Obbo Iyyaasuu Tasfaayee
39. Aadde Lamlam Hadigoo
40.Proofeesar Kindiyaa Gebrahiwayit
41. Obbo Habtuu Kiroos
42. Obbo Bayyanaa Mikruu
43. Obbo Kaasaayee Gebrahiwayit
44. Obbo Rufaa’eel Shifarraa
45. Aadde Liyaa Kaasaa
46. Obbo Tewaldee Gebratsaadiiq
47. Aadde Muluu Gebra’igzii’aabheer
48. Obbo Kiroos Gu’uush
49. Dooktar Amaanu’eel Hayilee
50. Obbo Dasaaleeny Tafarraa
51. Injiinar Arayaa Birihanee
52. Obbo Almaaz Gebratsaadiiq
53. Obbo Salamoon Ma’aashoo
54. Obbo Takki’uu Maa’ishoo
55. Aadde Ganat Arafe
56.Aadde Birkitii Gebramadihiin
57. Dooktar Hagos Gadaafaay
58. Obbo Zaraay Asgidoom
59. Obbo Asaffaa Balaay
60. Obbo Shawaangizaw Gazahaany
61. Obbo Atsibha Giday
62. Obbo Sibhaat Naggaa
63. Obbo Seekkooturee Geetaachaw
64. Obbo Berrihuun Teklabirihaan faa irratti ajajni mana murtii ba’eera jedhame.
Qaamooleen maqaan isaanii armaan olitti eerraman kunneen garee yakka biyya ganuu raawwatanii fi qabeenya biyyaa saamuun shakkaman ta’uu ibsameetra.
Dabalataan gareen badii fi finxaaleyyii kunneen yakka mirga namoomaa sarbuu olaanaa kanneen raawwachuun shakkaman ta’uu himameera.
Haaluma wal fakkatuun garee gantuu junta ABUT waliin yakka biyya ganuu raawwachuun shakkaman Miseensoot raayyaa ittisaa biyyaa fi hoggantoota Komishinii poolisii Federaalarratti ajajni Mana Murtii ba’uu Komishiniin Poolisii Federaalaa ibseera.
Shakkamtoonni kunneen itti gaafatamuumma mootummaa fi uummanni irraa itti laatame cinaatti dhiisuun garee gantuu ABUT teessoo isaa naannoo Tigraay taasise irraa ergama badii fudhachuun raayyaa ittisa biyyaa Iizii Kaabaarratti Onkololeessa 24, 2013 haleellaan akka raawwatamu taasisuun lubbuun akka badu, miidhaan qaamaa fi saamichaa meeshaa waraanaa akka gaggeeffamuu taasisu isaanii komishinichii ibseera.
Waggoottaan 21 darbaniitti jaalleewwan isaanii garee juntaa waliin ergama biyya diiguu hoogganuu fi hirmaachuun shakkamanii barbaadaman ajajoota olaanoo fi miseensoota poolisii irratti ajajni mana murtii ba’uu Komishiniin Poolisii Federaala ibseera.
Shakkamtoonni kunneenis:-
1.Leetenaal Jeneraal Taaddasaa Waradee Tasfaayee (Wuddi warada)
2.Meejar Jeneraal Yohaannis Waldaagoorgiis Tasfaayee (Madiid)
3. Meejar Jeneraal Birhaanuu Nagaash Bayyanee (Wuddiimadiihin)
4.Birgaadeer Jeneraalaa Haayilasillaasee Girmaay Gabra Mikaa’eel
5. Birgaadeer Jeneraalaa Migabaa Hayila Waldaa Aragaay (Abbaabariyaa)
6.Meejar Jeneraal Abraahim Abduuljaaliil Mahaammadizuun
7.Birgaadeer Jeneraal Gebra Kidaan Gebra Maariyaam Yee’iiyoo
8.Meejar Jeneraal G/Adiiyaannaa W/Zagguu (Gebradiilla) 9.Meejar Jeneraal G/Masqaal G/Yohaannis (Asteer) 10.Birgaadeer Jeneraal Abraahim Tasfaayee Barihee (Diinkuul)
11.Birgaadeer Jeneraal Fissaahaa Bayyanee (Warqa’aynu) 12.Meejar Jeneraal Hintsaa W/Goorgiis Yohaannis 13.Birgaadeer Jeneraal Alfoom Alamuu W/Maariyaam (Chantoo)
14.Birgaadeer Jeneraal Gabra Masqaal G/Igzaayaabiiheer (Xaqam)
15.Birgadeer Jeneraal T/Birhaan W/Aragaawwii
16.Meejar Jeneraal Ataakiltii Barihee G/Maariyaam 17.Komishinaar Makoonniin Kaahisaay G/Masqaal (Tsinbullaa) komishinara Komishinii poolisii naannoo Tigraay kan turan
18. Komishinaar Mangistee Aragaawwii itti aanaa Komishinaraa Komishinii poolisii naannoo Tigraay kan turan
19. Komaandar Geetaachaaw Kiroos hooggansa poolisii naannoo Tigraay kan turan
20.Itti aanaa Komishinara Girmaay Kabbadaa (Maanjuus) itti gaafatama damee ittisa yakkaa poolisii federaalaa kan turan
21.Itti aanaa komishinara Teklaay Tsahaayyee itti aanaa damee ittisa yakkaa poolisii kan turan
22. Komaandar W/ Gabra’eel itti gaafatama poolisii humna adda naannoo Tigraay
23.Komaandar G/Sillaasee Tafarii hoggansaa ittisa yakkaa poolisii federaalaa kan turan.
24.Komaandar T/Maariyaam (Wadii Aarbaa) hogganaa ittisa yakka poolisii federaalaa kan turan
25.Komaandar Tasfaayee G/Kidaan (Tsafayee Baandaa) hoggansa ittisa yakka poolisii federaalaa kan turan 26.Meejar Jeneraal G/Maadihiin Fiqaaduu Haayiluu (Wudiinacoo) to’anna jala oolaniiru.
27.Meejar Jeneraal Yirdaaw G/Madiiyiin G/Tsaadiiq (Asteer) to’anna jala oolaniiru
28.B/Jeneraal G/Hiyiwaat Siisnoos Gabruu to’annaa jala oolaniiru.
29.B/Jeneraal Insoo Ijaajjoo Iraashoo to’annaa jala oolaniiru.
30.B/Jeneraal Fissahaa G/Sillaasee to’annaa jala oolaniiru.
31.K/L Dassaalaany Abbabaa Tasafaayee to’annaa jala oolaniiru.
32.K/L Iyaasuu Nagaash Tasammaa to’annaa jala ooluu isaanii Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiseera.
Ummattoonni biyyattii, raayyaan ittisa biyyaa, poolisii fi dhaabbileen nageenyaa garee gantuu ABUT yakkaan barbaaddaman kanneen adamsuun seeraaf akka dhiyaatan tattaaffii taasifamu qooda isaanii akka ba’an komishinichi waamicha dhiyeessera.
Keessattuu ummanni naannoo Tigraay, miilishoonni fi miseensoonni poolisii humna adda naannichaa, garee gantuu ABUT kana seeraatti dhiyeessuuf qooda isaanii akka ba’an waamichi dhiyaateera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment