Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)-Qaamoleen seera baastuu naannolee fi federaalaa Godinaa Jimmaa Aana Shabeetti oyiruu oomisha ruuziin misoome daawwataniiru.
Sagantaa daawwannichaarratti Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Taaggasaa Caafoo, damee qonnaatiin hojiilee naannawaa garaagaraatti hojjetamaa jiran jajjabeessaa ta’uu ibsan.
Kunis rakkoo keessoo keenyaa kan ta’e hiyyummaa dhabmsiisuuf gahee Olaanaa akka qabu ibsaniiru.
Muktaar Xahaatu gabaase
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.