Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC)-Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti qaamoleen Hawaasaa garaagaraatiin duulli aramaa bocee hara Dambal weerare dhabamsisuu itti fufeera.
Hanga ammatti duula hara Dambal aramaa bocee irraa baraaruuf taasifamen,dhaabbileen mootummaa,miti mootummaa fi jiraattota hirmaachiseera.
Guyyaa har’aa Manni amala sirreessaa Federaalaa Magaalaa Baatuutti argamu hojjettoota 250 ol duulicharratti hirmaachisuu ragaan Kominikeeshinii magaalaa Baatuurra argame ni muul’dhisa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.