Qaamoleen garaagaraa Birrii miiliyoona 14.4 olitti tilmaamamu Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaan

Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Qaamoleen garaagaraa Birrii miiliyoona 14.4 olitti tilmaamamu Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Dhaabbanni Maxxansaa Birihaanii fi Salaam akaakuu fi maallaqaan Birrii miiliyoona 10, Godina Oomoo Lixaatti Bulchiinsi aanaa Ma’eenii Gooldiyaa fi magaalaan Baachummaa akaakuu fi maallaqaan Birrii miiliyoona 3.7,Godina Beenchii Shaakkootti aanaan Gurraa Fardaa meeshaalee Birrii kuma dhibba 7tti tilmaamamu deeggarsa taasiisaniiru.
Akkasumas giddu gallli gabaa Dubartootaa Furii Birrii kuma 7 ol deeggarsa taasiisuu ragaan Ministeera Raayyaa Ittisaarraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment