Qaamolee qaala’iinsa jireenyaa hammeessan kuma dhibba 1 fi kuma 3 olirratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame

Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) – Qaamolee seeraan ala qaala’iinsa jireenyaa hammeessan kuma dhibba 1 fi kuma 3 olirratti tarkaanfiin fudhatamuu Ministeerri Daldalaa fi Hariiroo Naannawaa beeksise.

Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 5ffaa gaggeesseen karoora hojii raawwii baatiiwwan 8 Ministeera Daldalaa fi Hariiroo Naannawaa gamaaggameera.

Ministirri Ministeera Daldalaa fi Hariiroo Naannawaa Gabramasqal Caalaan hojiilee baatiiwwan 8 darbanitti hojjetaman, rakkoolee mudatanii fi furmaatawwan fudhataman irratti gabaasa dhiyeessaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment