Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Qaammeen 6, Guyyaan Waloomaa sagantaalee adda addaan sadarkaa biyyaalessaatti kabajamaa jira.
Guyyichi mata duree’ Biyya waloomaan ijaaramte’ jedhuun dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaa keessatti kabajamaa jira.
Guyyaan waloomaa kun kabajamuun duudhaalee waloomaa gabbisuuf,hariiroo ummataa fi tokkummaa cimsuuf faayidaa olaanaa qabaachuu ibsameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.