Qaammeen 5, Guyyaan egeree kabajamaa jira

Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Dhaloonni Ida’amuu Itiyoophiyaa Hundaaf Taatu Ijaara!

Itiyoophiyaan ifaajii ilmaan ishee wal harkaa fuudhinsa dhaloonni taasisaniin fuuldurri ishee ifaa deema. Barii jijjiiramaa irraa eegalee dhaloonni ida’amuu Itoophiyaa hundaan hundarraa hundaaf Ijaaraa jira.

Itiyoophiyaan hundaaf hundaan hundaarraa ijaaramaa jirtuunis egereef badhaadhina hunda galeessa mirkaneessaa; dhalootaaf bu’uurri jabaan kaa’amaa jira.

Dhaloonni har’aas ce’umsa hoogganaa, biyya badhaateefi gama hundaan ijaaramte dhaloota itti aanuuf dabarsuuf aarsaa barbaachisu kaffalaa egeree bu’uura cimaa qabu milkeessuu irratti argama. Wal harkaa fuudhinsi biyyaas dhaloota birmadummaa biyyaa guutuu taasisuufi horata kaleessaa cimsee ifa qabatamaaf hojjetuun galma ga’a. Dhaloonni Ida’amuus Itoophiyaa Hundaaf taatu ijaaruun egeree bu’uura jabaa irratti ijaaraa ashaaraa darbee jiratu kaa’aa jira – BKO

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment