Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Qaammeen 3, guyyaan gaarummaa guutuu biyyattiitti gochoota garaagaraan kabajamaa jira.
Gaarummaan ibsituu Ityoophiyummaa keessaa tokko kan ta’ee baraa baratti ce’ee kan dhufe duudhaa kan qaban walii qooduun waliin jiraachuu ta’uu Itti aantuun Kaantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebde ibsaniiru.
Hanga ammaatti iccitiin injifannoon keenya gaarummaa keenya waan ta’eef bara haaraa kana wayita simannu gaarummaa Ityoophiyummaa yaa cimsinu jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
Kan qabnu walii qoduun wal gargaaruun biyya keenya ni ceesiifna jedhan.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.