Qaammee 2, Guyyaa Riifoormii

Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Qaammee 2, Guyyaan Riifoormii mata duree, ‘Riifoormii tajaajila caalmaaf’ jedhuun guutuu biyyatti kabajamaa jira.
Riifoormiin sadarkaa hundatti hojiirra oolfamaa jiru hojiiwwan hojjetaman hundi qulqullina, baay’inaafi ariitiin milkeessuu keessatti utubaa milkaa’ina gumaachuu isa olaanaadha.
Kanaafis riifoormiin diinagdee qeenxee Qonnaan durfamu irraa gara diinagdee damdaneessaatti ceesisu hojiirra oole.
Damee nageenyaa, Haqaa, Qonna, Oomishaa, Barnootaa,Siiviil Sarvisii, Diijitaalaa, Hariiroo Alaa fi Diinagdee Gooroo keessatti Riifoormiin hojiirra oole milkaa’inni gurguddoon galmeessera.
Comments (0)
Add Comment