Puutiin, Pireezidaantii haaraa Itiyoophiyaaf ergaa baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin Pireezidaantii FDRI ta’uun kan moggafaman Taayyee Atsiqasillaaseef ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru

Haaluma walfakkaatuun Pireezidaantiin Siingaappoor Taarmaan Shaanmugaaratiinis Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseef ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Ergaa isaaniin, hawwii gaarii qaban ibsuun, bara hojii gaarii akka ta’uufis hawwaniiru.

Comments (0)
Add Comment