Proojektoota biyyaalessaa gurguddoo harkifatanii qabeenya biyya duguugaa turan si’oomsineerra jedhan- Dr Abiy Ahimad

Finfinnee, Caamsaa 13, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad proojektoota biyyaalessaa gurguddoo harkifatanii qabeenya biyya duguugaa turan si’oomsineerra jedhaniiru.

Dooktar Abiy Ahimad fuula Feesbuukii isaaniitin akka ibsanitti, proojektoota haaraa jalqabnee yeroo gabaabaa keessaatti xumuruu dandeenyeerra jedhan.

Kanaanis hooggansi jijjiiramaa raawwii proojektii milkaa’aa ta’e agarsiisuudhaan biyya keenya misoomsuun akka danda’amu mirkaneesseera jedhan.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment