Finfinnee, Caamsaa 7, 2014 (FBC) – Proojektoonni misoomaa yeroo jedhame keessatti akka xumuramaniif mootummaan xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Preezdaantiin naannichaa obbo Oordiin Badiiriin ibsaniiru.
Preezdaant Oordiin Badiirii fi hoggantoonni mootummaa olaanoon proojektoota hawaasa naannichaa fayyadamoo taasiisanii fi ijaarsi isaanii xumuraman hojii eegalchiisaniiru.
Proojektoonni misoomaa yeroo jedhame keessatti xumuramuun hawaasa naannichaa fayyadamoo akka taasiisan mootummaan xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu obbo Oordiin Badiiriin ibsaniiru.
Naannichatti proojektoonni misoomaa garaagaraa hawaasa naanichaa fayyadamoo taasiisan eebbifamuun tajaajila eeganiiru.
Maddi:- TOI
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.