Proojektiin misooma sukkaaraa Balas yaalii oomishaa eegaluu ibse

Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)- Proojektiin misooma sukkaaraa Balas lakkoofsii 2ffaan yaalii oomishaa eegaluu ibseera.

Akka EBCtti dhiyeenyaatti kan eebbifamuu warshaan sukkaaraa kun dandeetti guutuun gara hojiitti wayita galuu waggaatti sukkaraa kuntaala miiliyoona 2 ol oomishuu danda’a jedhameet eegama.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

Comments (0)
Add Comment