Proojektiin lammiilee naannoo Amaaraa buqqa’an deeggaruuf dandeessisu ifoome

Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) –Dhaabbileen deeggarsaa shan lammiilee naannoo Amaaraa buqqa’an deeggaruuf kan dandeessisu Proojektii Birrii miiliyoona dhibba 1 olii ifoomsan.

Dhaabbileen kunneen Biiroo Maallaqaa, Biiroo Ittisa Balaa fi wabii nyaataa, akkasumas Komishinii Qindeessaa waliin mari’achuun mallatteessaniiru.

Proojektichaaf maallaqa kan barbaadu Dhaabbata gargaarsaa Kompaashin Internaashinaal jedhamu ta’uu ibsameera.

Dhaabbileen kunneen deeggarsa yeroof taasiisan dabalataan lammiilee kanneen itti fufiinsaan dhaabuuf kan hojjetan ta’uu ibsuu isaanii AMCn gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment