Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC)- Proojektiin babaldhina giddugala yaala Onnee Xiqur Anbassaa boqonnaan jalqabaa xumuramuun hojii eegaleera.
Proojektichaaf Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni 39.720
Mootummaa Neezirlaandiin baasii ta’uu ibsameera.
Giddugalichi Afrikaatti meeshaa Onneen osoo hin banamiin yaala baqaqsanii yaaluuf dandeessisu argachuu himameera.
Proojektiin har’a eebbifame kun boqonnaa jalqabaatiin meeshaalee yaala kan guutamaniif ta’uu eerameera.
Sirna eebbichaarratti Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa dabalatee qaamoleen dhimmi ilaallatuu argamaniiru.
Zabiib Taklaayitu gabaase
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.