Preezidaanti Saahilawarqi miseensota Koree Boordii Federeeshinii Qaxxaamura Diimaa fi Addeessaa idil addunyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Preezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen miseensota Koree Qorannoo Boordii Federeeshinii Qaxxaamura Diimaa fi Addeessa Diimaa idil addunyaa waliin mari’ataniiru.

Miseensonni Koree Boordichaa Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisaa jiru.

Daawwannaa isaanii cinaatti haala sochii Waldaa Qaxxaamura Diimaa ilaalchisee marii taasiisaniiru.

Haala tumsa isaanii caalmaatti cimsuun danda’amurratti mari’achuu isaanii ragaan Waajjira Pireezidaantii FDRI irraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment