Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC)- Preezdantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaan daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
Preezdaant Uhuuruu Keeniyaatan buufata xiyyaaraa Boolee Idil Addunyaa wayita ga’an Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad simannaa taasisaniifiru.
Preezdaantichi turtii isaaniin hoggantoota hojii mootummaa olaanoo Ityoophiyaa waliin ni mari’atun eegama.
Habtaamuu T/Sillaaseetu gabaase
Suuraan Faayila
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.