Preezdaantonni naannoo Amaaraa fi Beenishaangul Gumuuz hidha haaromsaa guddichaa Ityoophiyaa daawwatan

Finfinnee, Hagayya 17, 2012 (FBC) – Preezdaantonnii mootummaa naannolee Amaaraa fi Beenishaangul Gumuuz hidha haaromsaa guddiicha Ityoophiaa daawwata jiru.

Deeggarsa hidhichaaf abbaan qabeenyaa obbo Balaayinee Kindee Birrii miiliyoona 33’n boondii bitaaniiru.

Hojjettoota Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa jajjabeessuuf ammoo sangoota 40 akka kennaniif himameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment