Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Naayijeeriyaa Muhaammuduu Buhaariin hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaa guyyaa boru gaggeeffamurratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Hoggantoonni mootummaa biroo Buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti argamuun simataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.