Preezdaantiin naannoo Gaambeellaa duraanii obbo Okeeloo Nyigeeloo boqotan

Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Gaambeellaa duraanii obbo Okeeloo Nyigeeloo umrii waggaa 58’n addunyaa kanarra du’aan boqotaniiru.

Obbo Okeeloo Nyigeeloon bara 1989 hanga 1995 preezdaantii 3ffaa naannichaa ta’uun tajaajila kan turan yoo ta’u, dhibeerra bubbuleen kaleessa addunyaarra boqotaniiru.

Obbo Okeeloo Nyigeeloo abbaa ijoollee 4 akka turanii yoo ta’u, sirni awwaalcha isaanii har’a bakka hoggantoonni olaanoon naanichaa fi maatiin argamaniitti kan raawwatamuu ta’u EBC’n gabaaseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment