Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Giddugala Atileetiksii Laga Xaafoo Laga Daadhii Eebbisan

Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Giddugala Atileetiksii Laga Xaafoo Laga Daadhii Eebbisan.
Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Giddugala Atileetiksii Laga Xaafoo Laga Daadhii Eebbisiisuun tajaajilaaf banaa taasisaniiru.
Saganticharratti Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa dabalatee Komishinarri Komishinii Ispoortii Federaalaa obbo Eeliyaas Shikurii, Preezdaantii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa Atileet Komaandar Daraartuu Tulluu fi Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii aadde Habiibaa Siraaj argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment