Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataan daawwannaa hojii guyyaa tokkoof Ityoophiyaatti taasiisan xummuruun gara biyya isaanii deebi’aniiru.
Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi hoggantoonni mootummaa olaanoon Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti argamuun Preezdaant Uhuuruu Keeniyaataaf gaggeessaa taasiisaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.