Preezdaant Isaayyaas Afawqii Ityoophiyaa galan

Finfinnee, Onkooleessa 2, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawqii daawwannaa hojii giyyoota 3f Jimmaa galaniiru.

Preezdaant Isaayyaas wayita buufata xiyyaaraa Abbaa Jifaar ga’aan Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad simannaa taasisaniifiru.

Preezdaantichi ministira Ministeera Dhimma Alaa Eertiraa Oosmaan Saalaahii fi gorsaa isanii Yamaanaa Gabra’aab waliin Ityoophiyaa ni daawwatu.

Muummeen ministiira FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaant Isaayyaas Afawarqiin hariiroo biyyoota lameenii caalmaatti cimsuuf akka mari’atan himameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment