Preezdaantiin Demokraatik Rippabiliik Koongoo Finfinnee gala

Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Demokraatik Rippabiliik Koongoo Feeliks Shiiseekaand har’a Finfinnee galaniiru.
Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdee dabalatee hoggantoonni hojii mootummaa olaanoon Buufataa Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti argamuun preezdaantichaaf simannaa taasisaniiru.
Preezdaantichi preezdaantii Afrikaa Kibbaa Siraal Raamaafoos irraa hoggansa fudhachuun dura ta’aa Gamtaa Afrikaa ni ta’uun akka eegamu ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarra argame ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment