Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee daawwannaa hojiif gara Taanzaaniyaa imalan

Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) –Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee daawwannaa hojiif gara Taanzaaniyaa imalaniiru.

Preezdaanti Saahilawarqi turtii isaaniin dhimmoota komishinii Naayil beeziin huundeessuuf gargaaranirratti Preezdaanti Jooseef Maaguufuulii waliin akka marii’atan ni eeggama.

Biyyoota yaa’a Abbayaa keessaa Taanzaaniyaan bishaan Abbayaawaliigaltee  tumsa waliin fayyadamuu biyya dursitee mallatteessite ta’uun ishee ni yaadatama.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment