Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawddeen ayyaanaa Iid Al Adahaa Arafaa waggaa 1442ffaa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru.
Ummanni Ityoophiyaa marti baga ayyaanaa Iid Al Adahaa Arafaa waggaa 1442ffaa nagaan geessan jedhaniiru.
Ayyaannicha ayyaana nagaa fi tasgabbii, jaalalaa fi tokkummaa akka ta’u maqaa Uummata Ityoophiyaan hawwii gaarii qaban ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.