Preezdaanti Isaayyas Afawarqii Finfinnee galan

Finfinnee, Eebila 25, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ertiraa Isaayyaas Afawarqii daawwii hojiitif har’a Finfinnee galaniiru.

Preezdaantichi turtii isaaniin Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahmad waliin hariiroo biyyoota lamaanirratti ni mari’atu.

Preezdaantichi guyyoota lamaaf turtii taasisaniin karaa weerara vaayrasii koroonaa ittiin ittifamuu,hoomaa aawwannisaa fi dhimmoota biroorratti ni mari’atu.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment