Preezdaant Shimallis Baahir Daar galan

Finfinnee, Guraandhala 3, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Baahir Daar galan.

Preezdaant Shimallis Baahir Daar buufata Xiyyaaraa Balaay Zallaqaa wayita ga’an preezdaantii naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa fi hoggantoota olaanoo naannichaan simannaan taasifamuufii AMKn gabaasera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment