Preezdaant Saahilawarq Zawdeen ergaa baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hidhi haaromsaa guddichi anniisaa maddisiisuu eegaluu ilaalchisee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Preezdaant Saahilawarq qaamolee milkaa’ina hidha haaromsaaf fayyaa fi lubbii itti wareegan, fayidaa biyyaa dabarsee hin kennu jechuun falmaa turan, waan qaburraa qoode gumaachee fi biyya koo jedhee ka’e hundaan baga gammaddan jedhaniiru.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment