Preezdaant Saahilawarq Zawdeen dhaabbileen oomishaa fi tajaajila qulqullina qaban akka dhiyeessan ibsan

Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC)-Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen dhaabbileen oomishaa fi tajaajila qulqullina qaban akka dhiyeessan ibsaniiru.
Preezdaanttittiin miseensoota boordii dhaabbilee badhaasa qulqulliinaa Ityoophiyaa waliin mari’ataniiru.
Marii isaanitiin dhaabbatichi hojiin hojjechaa jiruu fi fooyya’insarratti mari’ataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment