Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Barruu Foorbisiin filataman

Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Barruu Foorbisiin filataman.

Barruun Foorbis preezdaant Saahilawarq bara Faranjootaa 2019 dubartoota dhiibbaa uuman jechuun filateera.

Barrichi preezdaant Saahilawarq Zawdee tarree dubartoota dhiibbaa uuman 100 keessa oolchera.

Preezdaant Saahilawarq barichatti kophaa isaanii Afrikaarraa dubartii filataman ta’aniiru.

Comments (0)
Add Comment