Preezdaant Saahilawarq Zawdee Preezdaantii Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee Preezdaantii Baankii Misooma Afrikaa Akinaawumii Adiisinaa waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniitin proojektiwwan misoomaa Ityoophiyaa fi Afrikaatti yeroo itti aanuutti hojjetamaan irratti mari’ataniiru.

Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Baankiin Misooma Afrikaa dameewwan hedduun tumsaa misooma baroota dheeraa Ityoophiyaa ta’uu kaasaniiru.

Baankichi dameewwan misoomaa qonnaa, geejjibaa, anniisaa fi bishaaniin taasisaa jiru kaasaniiru.

Dameewwan kanneeniin baankichi deeggarsa Birrii biiliyoona 1 taasisuu ibsaniiru.

Ityoophiyaan waggoota lamaan darbanitti yeroo rakkisaa kan dabarsitee ta’uus, paarkiiwwan indaastirii dargaggootaa Ityoophiyaa hedduuf abdii gudda kan qabu bu’aa gaarii fidaa jira jedhaniiru.

Preezdaantiin baankichaa gama isaaniin  fayyadamuummaa dubartootaa dabaluuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu himuu ragaan Waajjira Dubbi Himaa Ministeera Dhimma Alaarra argame ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment