Preezdaant Saahilawarq Zawdee boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga’ame ibsan

Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FRDI Saahilawarq Zawdeen boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga’ame ibsaniiru.

Preezdaantiitti ergaa fuula miidiya hawaasa isaaniin ibsaniin, Abunee Marqooreewoos gara waaqaasanii deemaniiru, gaddaa oonneerraa natti dhaga’ameef maatisaanii fi uummattoota Ityoophiyaa maraaf ibsuun barbaadaa jedhaniiru.

Guyyaa kaleessa hospitaala waaniin tureef haalli fayyaa isaanii na yaaddeesse ture, waaqni lubbuusaanii jannata ha boqachiisuu, kabajaan ni gaggeessinas jechuun ibsaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment