Preezdaant Saahilawarq miseensoota koree paarlaamaa nageenyaa fi raayyaa ittisaa, dhimma alaa  Taanzaaniyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee miseensoota koree paarlaamaa nageenyaa fi raayyaa ittisaa, dhimma alaa Taanzaaniyaa waliin mari’ataniiru.

Mariichaan miseensoonni paarlaamicha hariiroo Ityoophiyaa fi Taanzaaniyaa giddu jiru caalmaan guddisuuf akka hojjetan ibsaniiru.

Preezdaantittin gama isaaniin, biyyoonni lameen hariiroo baroota dheeraa qabachuu fi daldalaa, inveestimantii fi tuuriziimii babaldhisuu akka qaban himuu ragaan waajjira preezdantiirra argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment