Preezdaant Saahilawarq marii imala barnootaa gara fuuldurratti xiyyeeffate idil addunyaa eegalchiisan

Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Komishinii Barnootaa idil addunyaa dura taa’aan hogganaan bakka bu’uun marii imala barnootaa gara fuuldurarratti xiyyeeffachuun Interneetiin gaggeeffamu eegalchiisaniiru.
Marii qopheessummaa Dubaayiin gaggeeffamu kanarratti Preezdaant Saahilawarq gabaasa dhiyeessaniiru.
Gabaasa barnootaa fi hawaasa barnootarratti xiyyeeffate dhiyeessuu isaanii Fuula Miidiyaa hawaasummaa isanaiin ibsaniiru.
Hirmaattoonni waltajjichaa hundi jijjiirrama barnootaa hunda hammatee fi itti fufiinsa qabu fiduuf ga’ee isaanii ba’uu akka qaban ibsaniiru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment