Preezdaant Saahilawarq lammiilee waraanaa miidhamaniif erga gabaaba galii walitti qabu ifoomsan

Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq  Zawdeen lammiilee waraanaa miidhamaniif erga gabaaba 9400 galii  walitti qabu ifoomsaniiru.

Sagantaa galii walitti qabuu kun waggaa tokkoof kan turu ta’uu beekameera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment