Preezdaant Saahilawarq koomiishinicha waliin mari’atan

Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen koomiishinii idil addunyaa Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan.
 
Marichis si’a lammaffaaf; barnootaa fi kallattii gara fuula duraarratti kan xiyyeeffatedha.
 
Weerarri vaayrasii koroonaa barnootaa fi misoomarratti dhiibbaa uumuu maluu fi dandamannaa isaarrattis mari’atameera.
 
Imaammata yaada gorsaf oolu qopheessuuf waliigalamuu Waajjirri Preezdaantii beeksiseera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment