Preezdaant Saahilawarq  Keeniyaa Naayroobii galan

Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen sirna awwaalchaa Preezdaantii  Keeniyaa duraanii Muway Kiibaakiirratti argamuuf Keeniyaa magaalaa Naayroobii  galaniiru.

Sirni awwaalchaa preezdaantii Keeniyaa duraanii Muway Kiibaakii guyyaa boruu kan raawwatu ta’uu ragaan Keeniyaatti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Sirnicharratti hoggantoonni biyyoota garaagaraa ni argamu jedhameet eegama.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment