Preezdaant Saahilawarq jila Atleetiksii Paaraa Olompikii Tookiyoorratti hirmaatu gaggeessan

Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen jila garee Atleetiksii Paaraa Olompikii Tookiyoorratti hirmaachuuf ulaagaa guutan gaggeessaniiru.
Preezdaant Saahilawarq alaabaa biyyattii akka ol kaasan hawwii gaarii hawwaniiru.
 
Miseensonni Paaraa Olompikii Ityoophiyaa biroo Sanbata dhufu gara Tookiyoo kan imalu ta’uu ragaan Waajjira Preezdaantirraa argame ni muul’isa.
 
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment